-
Lakkoofsa 21:5, 6Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
5 Achiis sabichi, “Isin lafa onaa keessatti akka duunuuf biyya Gibxii keessaa kan nu baastan maaliifi? Nyaannis taʼe bishaan hin jiru;+ nyaata tuffatamaa kana jibbineerra”*+ jechuudhaan irra deddeebiʼee Waaqayyoo fi Musee mormee dubbate.+ 6 Kanaan kan kaʼes, Yihowaan bofawwan summii qaban* sabicha gidduutti ni erge; isaan sabicha waan hiddaniif Israaʼelonni hedduun ni duʼan.+
-