1 Qorontos 10:6 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 6 Akkuma isaan wanta hamaa hawwan nutis wanta hamaa akka hin hawwineef, wantoonni kun fakkeenya nuuf taʼaniiru.+ 1 Qorontos 10:9 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 9 Akkuma isaan keessaa tokko tokko isa qoranii bofaan balleeffaman,+ nutis Yihowaa* qoruu irraa haa fagaannu.+
6 Akkuma isaan wanta hamaa hawwan nutis wanta hamaa akka hin hawwineef, wantoonni kun fakkeenya nuuf taʼaniiru.+
9 Akkuma isaan keessaa tokko tokko isa qoranii bofaan balleeffaman,+ nutis Yihowaa* qoruu irraa haa fagaannu.+