-
Baʼuu 14:11Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
11 Museedhaanis akkana jedhan: “Nuti lafa onaa keessatti akka duunuuf asitti kan nu fidde biyya Gibxii keessa iddoon awwaalchaa waan hin jirreefii?+ Biyya Gibxii keessaa nu baastee wanti nu irratti raawwatte kun maali dha?
-
-
Baʼuu 15:24Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
24 Kanaafuu sabichi, “Maal dhugna?” jedhee Musee irratti gungumuu jalqabe.+
-