LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Baʼuu 16:2, 3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 2 Guutummaan yaaʼii Israaʼelis lafa onaa keessatti Musee fi Aaron irratti gungumuu jalqaban.+ 3 Israaʼelonni akkana isaaniin jedhu turan: “Biyya Gibxii keessatti distii foonii bira yeroo taaʼaa turrettii fi yeroo hamma quufnutti daabboo nyaachaa turretti harkuma Yihowaatiin utuu duuneerra taʼee nuu wayya ture.+ Ammas isin guutummaa gumii kanaa beelaan ajjeesuuf achii baastanii gara lafa onaa kanatti nu fiddan.”+

  • Baʼuu 17:3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 3 Sabichis achitti akka malee bishaan waan dheeboteef, “Ati nuun, ilmaan keenyaa fi horiiwwan keenya dheebuudhaan ajjeesuuf biyya Gibxii keessaa maaliif nu baaste?” jedhee Musee irratti gungumuu isaa itti fufe.+

  • 1 Qorontos 10:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 6 Akkuma isaan wanta hamaa hawwan nutis wanta hamaa akka hin hawwineef, wantoonni kun fakkeenya nuuf taʼaniiru.+

  • 1 Qorontos 10:10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 Akkuma isaan keessaa tokko tokko gungumanii+ isa balleessu sanaan balleeffaman,+ isinis hin gunguminaa.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi