LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Baʼuu 16:3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 3 Israaʼelonni akkana isaaniin jedhu turan: “Biyya Gibxii keessatti distii foonii bira yeroo taaʼaa turrettii fi yeroo hamma quufnutti daabboo nyaachaa turretti harkuma Yihowaatiin utuu duuneerra taʼee nuu wayya ture.+ Ammas isin guutummaa gumii kanaa beelaan ajjeesuuf achii baastanii gara lafa onaa kanatti nu fiddan.”+

  • Baʼuu 17:3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 3 Sabichis achitti akka malee bishaan waan dheeboteef, “Ati nuun, ilmaan keenyaa fi horiiwwan keenya dheebuudhaan ajjeesuuf biyya Gibxii keessaa maaliif nu baaste?” jedhee Musee irratti gungumuu isaa itti fufe.+

  • Lakkoofsa 14:2-4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 2 Israaʼelonni hundis Musee fi Aaron irratti gungumuu jalqaban;+ guutummaan yaaʼichaas akkana jechuudhaan isaan mormee dubbate: “Maal taʼa, biyya Gibxii keessatti yookiin lafa onaa kana keessatti utuu duuneerra taʼee! 3 Goraadeedhaan akka dhumnuuf Yihowaan gara biyya kanaatti kan nu fide maaliifi?+ Haadhotiin manaa keenyaa fi ijoolleen keenya ni boojiʼamu.+ Gara biyya Gibxiitti utuu deebinee nuuf hin wayyuu?”+ 4 Kana irra darbees isaan, “Kottaa geggeessaa tokko muudnee gara biyya Gibxiitti haa deebinu!” waliin jedhu turan.+

  • Faarfannaa 106:7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  7 Abbootiin keenya yeroo Gibxii keessa turanitti hojiiwwan kee warra dinqisiisoo hin hubanne.*

      Jaalala kee isa amanamaa isa hedduu taʼe hin yaadanne;

      Kanaa mannaa galaanicha, jechuunis Galaana Diimaa biratti fincila kaasan.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi