LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Baʼuu 14:11, 12
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 Museedhaanis akkana jedhan: “Nuti lafa onaa keessatti akka duunuuf asitti kan nu fidde biyya Gibxii keessa iddoon awwaalchaa waan hin jirreefii?+ Biyya Gibxii keessaa nu baastee wanti nu irratti raawwatte kun maali dha? 12 Yommuu biyya Gibxii keessa turretti, ‘Warra Gibxii akka tajaajilluuf nu dhiisi’ siin jennee hin turree? Lafa onaa keessatti duʼuu mannaa, warra Gibxii utuu tajaajillee nuu wayya ture.”+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi