LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Baʼuu 16:15
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 15 Israaʼelonnis yommuu isa argan, wanti kun maal akka taʼe waan hin beekneef, “Kun maali dha?” waliin jechuu jalqaban. Museenis akkana isaaniin jedhe: “Kun, nyaata Yihowaan akka nyaattan isiniif kenne dha.+

  • Lakkoofsa 11:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 6 Amma garuu kunoo, dhumaa jirra. Mannaa kana malee wanta arginu tokko illee hin qabnu.”+

  • Faarfannaa 78:24, 25
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 24 Isaan akka nyaataniif mannaa isaaniif roobsuu isaa itti fufe;

      Midhaan samiis isaaniif ni kenne.+

      25 Namoonni nyaata warra jajjaboo* ni nyaatan;+

      Innis isaan quubsuuf hamma isaan gaʼu isaaniif ni qopheesse.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi