Baʼuu 16:12 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 12 “Ani Israaʼelonni gungumuu isaanii dhagaʼeera.+ ‘Yommuu dimimmisaaʼu* foon ni nyaattu; ganamas hamma quuftanitti daabboo ni nyaattu;+ isinis ani Waaqa keessan Yihowaa akkan taʼe dhugumaan ni beektu’ jedhiitii isaanitti himi.”+
12 “Ani Israaʼelonni gungumuu isaanii dhagaʼeera.+ ‘Yommuu dimimmisaaʼu* foon ni nyaattu; ganamas hamma quuftanitti daabboo ni nyaattu;+ isinis ani Waaqa keessan Yihowaa akkan taʼe dhugumaan ni beektu’ jedhiitii isaanitti himi.”+