Faarfannaa 105:40 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 40 Yommuu isaan foon gaafatan, dimbiriqqee* isaaniif kenne;+Samii irraa nyaata isaaniif kennuudhaanis isaan quubsa ture.+
40 Yommuu isaan foon gaafatan, dimbiriqqee* isaaniif kenne;+Samii irraa nyaata isaaniif kennuudhaanis isaan quubsa ture.+