LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Baʼuu 16:12-15
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 12 “Ani Israaʼelonni gungumuu isaanii dhagaʼeera.+ ‘Yommuu dimimmisaaʼu* foon ni nyaattu; ganamas hamma quuftanitti daabboo ni nyaattu;+ isinis ani Waaqa keessan Yihowaa akkan taʼe dhugumaan ni beektu’ jedhiitii isaanitti himi.”+

      13 Kanaafuu, galgala sana dimbiriqqeen* dhuftee buufaticha uwwiste;+ ganamas fixeensi wal irra tuulame guutummaa naannoo buufatichaa jira ture. 14 Fixeensi wal irra tuulame sun yommuu hurkettis, wanti haphiin baʼeessi cabbii fakkaatu+ lafa onaa sana irratti bubuʼee ture. 15 Israaʼelonnis yommuu isa argan, wanti kun maal akka taʼe waan hin beekneef, “Kun maali dha?” waliin jechuu jalqaban. Museenis akkana isaaniin jedhe: “Kun, nyaata Yihowaan akka nyaattan isiniif kenne dha.+

  • Faarfannaa 78:24
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 24 Isaan akka nyaataniif mannaa isaaniif roobsuu isaa itti fufe;

      Midhaan samiis isaaniif ni kenne.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi