Lakkoofsa 14:27 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 27 “Yaaʼiin hamaan kun hamma yoomiitti ana irratti gungumuu isaa itti fufa?+ Israaʼelonni maal jedhanii ana irratti akka gunguman dhagaʼeera.+
27 “Yaaʼiin hamaan kun hamma yoomiitti ana irratti gungumuu isaa itti fufa?+ Israaʼelonni maal jedhanii ana irratti akka gunguman dhagaʼeera.+