1 Qorontos 10:6 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 6 Akkuma isaan wanta hamaa hawwan nutis wanta hamaa akka hin hawwineef, wantoonni kun fakkeenya nuuf taʼaniiru.+ 1 Qorontos 10:10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 Akkuma isaan keessaa tokko tokko gungumanii+ isa balleessu sanaan balleeffaman,+ isinis hin gunguminaa.
6 Akkuma isaan wanta hamaa hawwan nutis wanta hamaa akka hin hawwineef, wantoonni kun fakkeenya nuuf taʼaniiru.+
10 Akkuma isaan keessaa tokko tokko gungumanii+ isa balleessu sanaan balleeffaman,+ isinis hin gunguminaa.