LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Lakkoofsa 11:7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 7 Mannaan+ akka firii dimbilaalaa ture;+ bifti isaas haphee urgaaʼu fakkaata ture.

  • Keessa Deebii 8:3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 3 Namni dubbii afaan Yihowaa keessaa baʼu hundumaatiin malee, nyaata qofaan jiraachuu akka hin dandeenye akka beektu gochuuf,+ gad si qabee akka beeloftu ni godhe;+ akkasumas mannaa atis taate abbootiin kee hin beekne si soore.+

  • Nahimiyaa 9:15
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 15 Yeroo isaan beelaʼanitti samii irraa nyaata isaaniif ni kennite;+ yeroo dheebotanittis kattaa keessaa bishaan isaaniif ni baaste;+ biyya isaaniif kennuuf isaaniif kakatte* sanatti galanii akka dhaalanis isaanitti ni himte.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi