LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Lakkoofsa 11:31
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 31 Achiis bubbeen tokko Yihowaa biraa dhufee galaanicha irraa dimbiriqqee* oofee fidee naannoo buufatichaatti akka bubuʼan godhe;+ simbirroonni sun gama tokkoon gara adeemsa guyyaa tokkoo, gama kan biraatiinis gara adeemsa guyyaa tokkoo guutummaa naannoo buufatichaa bubbuʼanii turan; lafa irras gara dhundhuma* lamaa ol tuulamanii turan.

  • Lakkoofsa 11:34
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 34 Isaan namoota fedhii ofittummaa argisiisan+ sana achitti waan awwaalaniif, maqaa iddoo sanaa Qibroot Hataawaa*+ jedhanii moggaasan.

  • Faarfannaa 78:27-29
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 27 Foon akkuma biyyootti,

      Simbirrootas akkuma cirracha qarqara galaanaatti isaan irratti roobse.

      28 Buufata isaa gidduutti,

      Guutummaa naannoo dunkaanota isaattis akka kufan godhe.

      29 Isaanis ni nyaatan, akka malees ni quufan;

      Inni wanta isaan hawwan isaaniif ni kenne.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi