LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Baʼuu 16:13
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 13 Kanaafuu, galgala sana dimbiriqqeen* dhuftee buufaticha uwwiste;+ ganamas fixeensi wal irra tuulame guutummaa naannoo buufatichaa jira ture.

  • Faarfannaa 78:26, 27
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 26 Bubbee bahaa samiiwwan keessatti ni kakaase,

      Bubbeen kibbaas humna isaatiin akka bubbisu godhe.+

      27 Foon akkuma biyyootti,

      Simbirrootas akkuma cirracha qarqara galaanaatti isaan irratti roobse.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi