Baʼuu 16:35 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 35 Israaʼelonni hamma biyya namni keessa jiraatu gaʼanitti,+ waggaa 40f mannaa ni nyaatan.+ Hamma daangaa biyya Kanaʼaan+ bira gaʼanittis mannaa nyaatan. Lakkoofsa 21:5 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 Achiis sabichi, “Isin lafa onaa keessatti akka duunuuf biyya Gibxii keessaa kan nu baastan maaliifi? Nyaannis taʼe bishaan hin jiru;+ nyaata tuffatamaa kana jibbineerra”*+ jechuudhaan irra deddeebiʼee Waaqayyoo fi Musee mormee dubbate.+
35 Israaʼelonni hamma biyya namni keessa jiraatu gaʼanitti,+ waggaa 40f mannaa ni nyaatan.+ Hamma daangaa biyya Kanaʼaan+ bira gaʼanittis mannaa nyaatan.
5 Achiis sabichi, “Isin lafa onaa keessatti akka duunuuf biyya Gibxii keessaa kan nu baastan maaliifi? Nyaannis taʼe bishaan hin jiru;+ nyaata tuffatamaa kana jibbineerra”*+ jechuudhaan irra deddeebiʼee Waaqayyoo fi Musee mormee dubbate.+