LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Keessa Deebii 8:2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 2 Daandii dheeraa Waaqni kee Yihowaan waggaa 40n kanaaf lafa onaa keessa akka irra deemtu si godhe sana yaadadhu;+ kana kan godhes, wanta garaa kee keessa jiru beekuuf,+ jechuunis ajajawwan isaa eeguu fi dhiisuu kee beekuuf, gad si qabuu fi si qoruuf jedhee ti.+

  • Nahimiyaa 9:21
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 21 Lafa onaa keessatti waggaa 40f nyaata isaaniif kennite.+ Wanta dhabanis hin qaban. Uffanni isaanii hin dhumne;+ miilli isaaniis hin dhiitofne.

  • Faarfannaa 78:24
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 24 Isaan akka nyaataniif mannaa isaaniif roobsuu isaa itti fufe;

      Midhaan samiis isaaniif ni kenne.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi