LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Baʼuu 16:4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 4 Achiis Yihowaan Museedhaan akkana jedhe: “Kunoo, ani samii irraa daabboo isiniif nan roobsa;+ sabichi tokkoon tokkoon isaanii gad baʼanii guyyaa guyyaadhaaf hamma isaan gaʼu walitti haa qabatan;+ kanaanis isaan seera kootiin deemuu fi dhiisuu isaanii nan qora.+

  • Baʼuu 20:20
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 20 Museenis sabichaan, “Hin sodaatinaa; Waaqni keessan kan dhufe isa sodaachuu keessan itti fufuudhaan akka isin cubbuu hin hojjenne+ isin qoruufi”+ jedhe.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi