LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 78:24, 25
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 24 Isaan akka nyaataniif mannaa isaaniif roobsuu isaa itti fufe;

      Midhaan samiis isaaniif ni kenne.+

      25 Namoonni nyaata warra jajjaboo* ni nyaatan;+

      Innis isaan quubsuuf hamma isaan gaʼu isaaniif ni qopheesse.+

  • Faarfannaa 105:40
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 40 Yommuu isaan foon gaafatan, dimbiriqqee* isaaniif kenne;+

      Samii irraa nyaata isaaniif kennuudhaanis isaan quubsa ture.+

  • Yohaannis 6:31, 32
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 31 Akkuma, ‘Akka isaan nyaataniif samii irraa nyaata isaaniif kenne’+ jedhamee barreeffame, abbootiin keenya lafa onaa keessatti mannaa nyaatan.”+ 32 Yesuusis akkana isaaniin jedhe: “Dhuguma dhuguman isiniin jedha, Museen samii irraa nyaata isiniif hin kennine; Abbaan koo garuu samii irraa nyaata isa dhugaa isiniif kenna.

  • Yohaannis 6:58
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 58 Nyaanni samii irraa buʼe isa kana. Inni isa akka Abbootiin keessan nyaatan sanaa miti. Isaan kan nyaatan taʼus duʼaniiru. Namni nyaata kana nyaatu hundi garuu bara baraaf jiraata.”+

  • 1 Qorontos 10:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 Yaa obbolootaa, abbootiin keenya hundi duumessa jala akka turanii+ fi hundi isaanii galaana keessa darbuu isaanii akka beektan nan barbaada;+

  • 1 Qorontos 10:3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 3 hundi isaanii nyaata hafuuraa tokko irraa nyaatan;+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi