Baʼuu 16:35 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 35 Israaʼelonni hamma biyya namni keessa jiraatu gaʼanitti,+ waggaa 40f mannaa ni nyaatan.+ Hamma daangaa biyya Kanaʼaan+ bira gaʼanittis mannaa nyaatan. Lakkoofsa 14:33 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 33 Ilmaan keessanis lafa onaa keessatti waggaa 40f tiksitoota ni taʼu;+ isaan isin keessaa hamma reeffi nama isa dhumaa lafa onaa keessatti kufutti+ amanamoo utuu hin taʼin hafuu* keessaniif deebii ni kennu. Keessa Deebii 2:7 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 Sababiin isaas, Waaqni kee Yihowaan wanta goote hundumaa irratti si eebbiseera. Inni lafa onaa guddaa kana keessa darbuu kee akka gaariitti beeka. Waggoota 40 kanatti Waaqni kee Yihowaan sii wajjin ture; wanti sitti hirʼates hin jiru.”’+
35 Israaʼelonni hamma biyya namni keessa jiraatu gaʼanitti,+ waggaa 40f mannaa ni nyaatan.+ Hamma daangaa biyya Kanaʼaan+ bira gaʼanittis mannaa nyaatan.
33 Ilmaan keessanis lafa onaa keessatti waggaa 40f tiksitoota ni taʼu;+ isaan isin keessaa hamma reeffi nama isa dhumaa lafa onaa keessatti kufutti+ amanamoo utuu hin taʼin hafuu* keessaniif deebii ni kennu.
7 Sababiin isaas, Waaqni kee Yihowaan wanta goote hundumaa irratti si eebbiseera. Inni lafa onaa guddaa kana keessa darbuu kee akka gaariitti beeka. Waggoota 40 kanatti Waaqni kee Yihowaan sii wajjin ture; wanti sitti hirʼates hin jiru.”’+