10 Ammas akkuma waadaa galetti,+ Yihowaan waggoota 45f lubbuudhaan na turseera;+ kunis yeroo Yihowaan Museedhaaf waadaa kana gale irraa, jechuunis yeroo Israaʼel lafa onaa keessa deemaa ture irraa jalqabee ti;+ kunoo ani harʼa nama umurii waggaa 85 ti.