LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Lakkoofsa 26:63, 64
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 63 Kanneen kun warra Musee fi Eleʼazaar lubichi yeroo gammoojjii Moʼaab isa Yerikoo gamatti, Yordaanos biratti argamu keessatti Israaʼelota galmeessanitti galmaaʼan sana dha. 64 Haa taʼu malee, namoota yommuu Musee fi Aaron lubichi lafa onaa Siinaa keessatti Israaʼelota lakkaaʼanii turanitti galmaaʼan keessaa namni tokko illee warra galmaaʼan kana keessatti hin argamu ture.+

  • Keessa Deebii 2:14
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 14 Qaadesh Barneʼaa irraa kaanee hamma Sulula* Zereed ceenutti waggaa 38 nutti fudhate; yeroo kanatti akkuma Yihowaan isaanitti kakatee turetti, guutummaan dhaloota dhiirota waraanaaf leenjiʼan sanaa buufaticha keessaa ni dhume.+

  • 1 Qorontos 10:5
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 5 Taʼus, Waaqayyo hedduu isaaniitti waan hin gammadneef, isaan lafa onaa keessatti kufanii hafan.+

  • Ibroota 3:17
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 17 Kana malees, warri Waaqayyo waggaa 40f isaanitti aare eenyufaa turan?+ Warra cubbuu hojjetanii reeffi isaanii lafa onaa keessatti kukkufee hafe+ sana mitii ree?

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi