Lakkoofsa 14:11 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 11 Achiis Yihowaan Museedhaan akkana jedhe: “Sabni kun hamma yoomiitti na tuffata?+ Mallattoowwan kana hundumaa isaan gidduutti kanan raawwadhe taʼus isaan hamma yoomiitti natti hin amanan?+ Keessa Deebii 32:21 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 21 Isaan wanta waaqa hin taaneen aariidhaaf* na kakaasaniiru;+Waaqolii tolfamoo isaanii warra gatii hin qabneenis na dheekkamsiisaniiru.+ Kanaafuu, ani wanta saba hin taaneen hinaaffaadhaaf isaan nan kakaasa;+Saba gowwaa taʼeenis isaan nan aarsa.+
11 Achiis Yihowaan Museedhaan akkana jedhe: “Sabni kun hamma yoomiitti na tuffata?+ Mallattoowwan kana hundumaa isaan gidduutti kanan raawwadhe taʼus isaan hamma yoomiitti natti hin amanan?+
21 Isaan wanta waaqa hin taaneen aariidhaaf* na kakaasaniiru;+Waaqolii tolfamoo isaanii warra gatii hin qabneenis na dheekkamsiisaniiru.+ Kanaafuu, ani wanta saba hin taaneen hinaaffaadhaaf isaan nan kakaasa;+Saba gowwaa taʼeenis isaan nan aarsa.+