-
Roomaa 11:11Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
11 Kanaafuu ani, ‘Isaan kan gufatan, guutummaatti kufanii akka hafaniifii?’ jedheen gaafadha. Matumaa! Isaan seera waan cabsaniif saboota kaaniif fayyinni ni dhufe; kunis kan taʼe Israaʼelota hinaaffaadhaaf kakaasuufi.+
-