LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Hoseʼaa 2:23
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 23 Ani ofii kootiif akka sanyiitti lafa irratti ishii nan facaasa,+

      Ishii gara laafinni itti hin argisiifamnetti* gara laafina nan argisiisa;

      Warra saba koo hin taaneen,* “Isin saba koo ti”+ nan jedha;

      Isaan immoo, “Ati Waaqa keenya”+ naan jedhu.’”

  • Maatewos 21:43
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 43 Mootummaan Waaqayyoo isin irraa fudhatamee, saba firii isaa godhatuuf ni kennama kanan isiniin jedhus kanaafi.

  • 1 Pheexiros 2:10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 Isin duraan saba Waaqayyoo hin turre, amma garuu saba isaa taataniittu;+ inni duraan gara laafina isinitti hin argisiisne, amma garuu gara laafina isinitti argisiiseera.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi