LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Hoseʼaa 1:10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 “Lakkoofsi saba* Israaʼel akkuma cirracha galaanaa isa safaramuu yookiin lakkaaʼamuu hin dandeenyee ni taʼa.+ Isaan bakkuma, ‘Isin saba koo miti’ itti jedhamanitti,+ ‘Ilmaan Waaqa jiraataa’ ni jedhamu.+

  • Hojii Ergamootaa 15:14
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 14 Waaqayyo saba maqaa isaatiif taʼu saboota kaan keessaa fudhachuuf, yeroo jalqabaatiif akkamitti xiyyeeffannaa isaa gara isaaniitti akka naannesse+ Simiʼoon+ akka gaariitti ibseera.

  • Roomaa 9:25
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 25 Kun immoo akkuma inni kitaaba Hoseʼaa keessattis akkana jedhee dubbatetti dha: “Ani warra saba koo hin taane+ ‘saba koo’ jedhee nan waama; ishii hin jaallatamnes, ‘jaallatamtuu’+ jedhee nan waama;

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi