LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Roomaa 9:25, 26
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 25 Kun immoo akkuma inni kitaaba Hoseʼaa keessattis akkana jedhee dubbatetti dha: “Ani warra saba koo hin taane+ ‘saba koo’ jedhee nan waama; ishii hin jaallatamnes, ‘jaallatamtuu’+ jedhee nan waama; 26 akkasumas bakkuma, ‘Isin saba koo miti’ itti jedhamanitti, ‘Ilmaan Waaqa jiraataa’ jedhamanii waamamu.”+

  • 2 Qorontos 6:18
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 18 “‘Ani abbaa isiniif nan taʼa,+ isin immoo ilmaanii fi ijoollee durbaa naaf taatu’+ jedha Yihowaan* Inni Hundumaa Dandaʼu.”

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi