LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Maatewos 10:2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 2 Maqaan ergamoota Yesuus 12nii kanatti fufee jira:+ Jalqaba, Simoon isa Pheexiros+ jedhamuu fi obboleessa isaa Indiriyaas,+ Yaaqoob ilma Zabdewosii fi obboleessa isaa Yohaannis,+

  • Hojii Ergamootaa 11:13
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 13 “Innis maleekaan tokko mana isaa keessa dhaabbatee akka argee fi akkana akka isaan jedhe nutti hime: ‘Gara Yoopheetti namoota ergiitii Simoon isa Pheexiros jedhamu waamsisi;+

  • 2 Pheexiros 1:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 1 Simoon Pheexiros isa garbichaa fi ergamaa Yesuus Kiristoos taʼe irraa, warra qajeelummaa Waaqa keenyaa fi Yesuus Kiristoos Fayyisaa keenyaatiin akkuma keenya amantii gatii guddaa qabu argataniif:

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi