Faarfannaa 96:5 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 Waaqoliin sabootaa hundi waaqolii gatii hin qabne dha,+Yihowaan garuu isa samiiwwan tolche dha.+ 1 Qorontos 10:21, 22 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 21 Xoofoo Yihowaa* fi xoofoo jinniiwwanii keessaa dhuguu hin dandeessan; “maaddii Yihowaa”*+ fi maaddii jinniiwwanii irraa nyaachuu hin dandeessan. 22 Yookiin ‘Yihowaan* akka hinaafu isa kakaasaa jirraa’?+ Nuti isa caalaa jaboo dhaa?
21 Xoofoo Yihowaa* fi xoofoo jinniiwwanii keessaa dhuguu hin dandeessan; “maaddii Yihowaa”*+ fi maaddii jinniiwwanii irraa nyaachuu hin dandeessan. 22 Yookiin ‘Yihowaan* akka hinaafu isa kakaasaa jirraa’?+ Nuti isa caalaa jaboo dhaa?