- 
	                        
            
            Baʼuu 16:28Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
28 Kanaafuu, Yihowaan Museedhaan akkana jedhe: “Isin hamma yoomiitti ajajawwan koo fi seerawwan koo eeguu diddu?+
 
 - 
                                        
 
- 
	                        
            
            Lakkoofsa 14:22, 23Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
22 Haa taʼu malee, namoota ulfina koo fi mallattoowwan koo+ warra ani biyya Gibxii keessattii fi lafa onaa keessatti raawwadhe kan argan taʼus warra yeroo kudhan na qoranii+ fi sagalee koo hin dhageenye+ kana keessaa tokko illee 23 matumaa biyya ani abbootii isaaniitiif kennuuf kakadhe hin argan. Namoota na tuffatan kana keessaa tokkoon isaanii illee ishii hin argan.+
 
 -