LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Lakkoofsa 14:33
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 33 Ilmaan keessanis lafa onaa keessatti waggaa 40f tiksitoota ni taʼu;+ isaan isin keessaa hamma reeffi nama isa dhumaa lafa onaa keessatti kufutti+ amanamoo utuu hin taʼin hafuu* keessaniif deebii ni kennu.

  • Keessa Deebii 29:5
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 5 ‘Waggaa 40f lafa onaa keessatti+ yommuun isin geggeessaa turetti, uffanni keessan isin irratti hin dhumne, kopheen keessanis miila keessan irratti hin dhumne.+

  • Iyyaasuu 5:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 6 Guutummaan sabichaa, jechuunis loltoonni biyya Gibxii keessaa baʼanii fi sagalee Yihowaatiif ajajamuu didan+ hamma duʼanii dhumanitti Israaʼelonni waggaa 40f+ lafa onaa keessa jooranii turan. Yihowaan biyya aannanii fi damma maddisiistu+ ishii Yihowaan nuuf kennuuf abbootii isaaniitiif kakatee ture sana+ matumaa akka argan akka isaaniif hin heyyamne kakatee ture.+

  • Faarfannaa 95:10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 Anis waggaa 40f dhaloota sana jibbee akkana nan jedhe:

      “Isaan saba yeroo hundumaa garaan isaa karaa irraa goru dha;

      Daandiiwwan koos hin beekne.”

  • Hojii Ergamootaa 13:18
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 18 Lafa onaa keessattis gara waggaa 40tiif isaaniif obse.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi