LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Keessa Deebii 8:4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 4 Waggaa 40n kanaaf uffanni uffatte hin dhumne, miilli kees hin dhiitofne.+

  • Nahimiyaa 9:21
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 21 Lafa onaa keessatti waggaa 40f nyaata isaaniif kennite.+ Wanta dhabanis hin qaban. Uffanni isaanii hin dhumne;+ miilli isaaniis hin dhiitofne.

  • Maatewos 6:31
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 31 Kanaafuu, ‘Maal nyaanna?’ yookiin ‘Maal dhugna?’ yookiin ‘Maal uffanna?’ jettanii matumaa hin yaaddaʼinaa.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi