Keessa Deebii 1:3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 Waggaa 40ffaatti,+ waggicha keessaa jiʼa 11ffaatti, jiʼicha keessaas guyyaa jalqabaatti, Museen akkuma Yihowaan akka isaanitti himu isa ajajetti wanta hundumaa Israaʼelotatti* ni hime. Keessa Deebii 2:14 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 14 Qaadesh Barneʼaa irraa kaanee hamma Sulula* Zereed ceenutti waggaa 38 nutti fudhate; yeroo kanatti akkuma Yihowaan isaanitti kakatee turetti, guutummaan dhaloota dhiirota waraanaaf leenjiʼan sanaa buufaticha keessaa ni dhume.+
3 Waggaa 40ffaatti,+ waggicha keessaa jiʼa 11ffaatti, jiʼicha keessaas guyyaa jalqabaatti, Museen akkuma Yihowaan akka isaanitti himu isa ajajetti wanta hundumaa Israaʼelotatti* ni hime.
14 Qaadesh Barneʼaa irraa kaanee hamma Sulula* Zereed ceenutti waggaa 38 nutti fudhate; yeroo kanatti akkuma Yihowaan isaanitti kakatee turetti, guutummaan dhaloota dhiirota waraanaaf leenjiʼan sanaa buufaticha keessaa ni dhume.+