LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Lakkoofsa 32:13
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 13 Kanaafuu, aariin Yihowaa Israaʼel irratti ni bobaʼe; innis hamma dhaloonni Yihowaa duratti wanta hamaa gochaa ture sun hundi dhumutti,+ waggaa 40f lafa onaa keessa akka jooran ni godhe.+

  • Lakkoofsa 33:38
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 38 Achiis Israaʼelonni biyya Gibxii keessaa baʼanii waggaa 40ffaa isaatti, waggicha keessaa jiʼa shanaffaatti, jiʼicha keessaa immoo guyyaa jalqabaatti Aaron lubichi ajaja Yihowaatiin Gaara Hooritti ol baʼee achitti ni duʼe.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi