2 Daandii dheeraa Waaqni kee Yihowaan waggaa 40n kanaaf lafa onaa keessa akka irra deemtu si godhe sana yaadadhu;+ kana kan godhes, wanta garaa kee keessa jiru beekuuf,+ jechuunis ajajawwan isaa eeguu fi dhiisuu kee beekuuf, gad si qabuu fi si qoruuf jedhee ti.+