Keessa Deebii 13:3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 Waaqni keessan Yihowaan garaa keessan guutuu fi lubbuu* keessan guutuudhaan Waaqa keessan Yihowaa jaallachuu fi dhiisuu keessan beekuuf+ isin qoraa waan jiruuf,+ wanta raajichi yookiin namni abjuu abjuʼatu sun dubbate hin dhagaʼinaa.+ Fakkeenya 17:3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 Meetiin qodaa itti baqsan keessatti, warqiinis iddoo ibiddaa keessatti ni qorama,+Garaa namaa kan qoru garuu Yihowaa dha.+
3 Waaqni keessan Yihowaan garaa keessan guutuu fi lubbuu* keessan guutuudhaan Waaqa keessan Yihowaa jaallachuu fi dhiisuu keessan beekuuf+ isin qoraa waan jiruuf,+ wanta raajichi yookiin namni abjuu abjuʼatu sun dubbate hin dhagaʼinaa.+
3 Meetiin qodaa itti baqsan keessatti, warqiinis iddoo ibiddaa keessatti ni qorama,+Garaa namaa kan qoru garuu Yihowaa dha.+