Faarfannaa 26:2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 Yaa Yihowaa, na sakattaʼi, na qoris;Yaada keessa koo jiruu* fi garaa koo qulqulleessi.+ Fakkeenya 21:2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 Namni daandiin isaa hundi sirrii fakkaatee itti mulʼata,+Yihowaan garuu garaa* namootaa ni qora.+ Fakkeenya 24:12 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 12 Ati, “Garuu nuti waaʼee kanaa hin beeknu” yoo jette,Inni garaa* namootaa qoru kana hin hubatuu?+ Eeyyee, inni si* argu ni beeka,Tokkoon tokkoon namaatiifis akka hojii isaatti ni deebisa.+
12 Ati, “Garuu nuti waaʼee kanaa hin beeknu” yoo jette,Inni garaa* namootaa qoru kana hin hubatuu?+ Eeyyee, inni si* argu ni beeka,Tokkoon tokkoon namaatiifis akka hojii isaatti ni deebisa.+