Faarfannaa 36:1, 2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 36 Balleessaan garaa nama hamaa isa gad fagoo keessatti ni dubbata;Waaqayyoon sodaachuunis ija isaa dura hin jiru.+ 2 Inni hamma dogoggora isaa hubachuu fi jibbuu dadhabutti,Akka malee of jaja.+ Fakkeenya 16:2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 Namni daandiin isaa hundi sirrii* fakkaatee itti mulʼata,+Yihowaan garuu kakaʼumsa* namootaa ni qora.+
36 Balleessaan garaa nama hamaa isa gad fagoo keessatti ni dubbata;Waaqayyoon sodaachuunis ija isaa dura hin jiru.+ 2 Inni hamma dogoggora isaa hubachuu fi jibbuu dadhabutti,Akka malee of jaja.+
2 Namni daandiin isaa hundi sirrii* fakkaatee itti mulʼata,+Yihowaan garuu kakaʼumsa* namootaa ni qora.+