LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Saamuʼel 15:13, 14
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 13 Dhuma irrattis, Saamuʼel yommuu gara isaa dhufu Saaʼol, “Yihowaan si haa eebbisu. Ani dubbii Yihowaa raawwadheera” isaan jedhe. 14 Saamuʼel garuu, “Maarree, sagaleen bushaayee fi sagaleen loonii ani gurra kootiin dhagaʼu kun maali dha?” isaan jedhe.+

  • Faarfannaa 36:1, 2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 36 Balleessaan garaa nama hamaa isa gad fagoo keessatti ni dubbata;

      Waaqayyoon sodaachuunis ija isaa dura hin jiru.+

       2 Inni hamma dogoggora isaa hubachuu fi jibbuu dadhabutti,

      Akka malee of jaja.+

  • Fakkeenya 21:2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  2 Namni daandiin isaa hundi sirrii fakkaatee itti mulʼata,+

      Yihowaan garuu garaa* namootaa ni qora.+

  • Ermiyaas 17:9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  9 Garaan namaa wanta kam iyyuu caalaa gantuu* dha, hamaa* dhas.+

      Eenyutu isa beekuu dandaʼa?

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi