LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Saamuʼel 16:6, 7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 6 Yommuu isaan achi gaʼanis, Saamuʼel Eeliyaabiin+ argee, “Dhugumaan, inni Yihowaan filate isa kana dha” jedhe. 7 Yihowaan garuu Saamuʼeliin, “Ani waanan isa tuffadheef, bifa isaa fi dheerina isaa hin ilaalin.+ Waaqayyo kan ilaalu akka namni ilaalutti miti; sababiin isaas, namni wanta alaan mulʼatu ilaala; Yihowaan garuu garaa namaa ilaala”+ jedhe.

  • Fakkeenya 24:12
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 12 Ati, “Garuu nuti waaʼee kanaa hin beeknu” yoo jette,

      Inni garaa* namootaa qoru kana hin hubatuu?+

      Eeyyee, inni si* argu ni beeka,

      Tokkoon tokkoon namaatiifis akka hojii isaatti ni deebisa.+

  • Ermiyaas 17:10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 Ani Yihowaan tokkoon tokkoon namaatiif akka daandii isaatti,

      Akka firii hojii isaattis kennuuf,+

      Garaa namaa nan ilaala,+

      Yaada keessa namaa jirus* nan qora.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi