LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 62:12
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 12 Yaa Yihowaa, jaalalli amanamaanis kan kee ti,+

      Sababiin isaas, ati tokkoon tokkoon namaatiif akka hojii isaatti ni deebista.+

  • Maatewos 16:27
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 27 Ilmi namaa ulfina Abbaa isaatiin maleekota isaa wajjin ni dhufa; achiis tokkoon tokkoon namaatiif akka hojii hojii isaatti gatii isaa ni kenna.+

  • Roomaa 2:5, 6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 5 Haa taʼu malee, mata jabina kee fi yaada geddarachuu diduu keetiin kan kaʼe, guyyaa dheekkamsaa fi guyyaa murtiin Waaqayyoo inni qajeelaan itti mulʼatuuf dheekkamsa ofii keetiif kuufachaa jirta.+ 6 Inni nama hundumaatiif akka hojii isaatti deebisee ni kaffala:+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi