-
2 Tasalonqee 1:7, 8Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
7 Haa taʼu malee, isin warri rakkinni irra gaʼe, Gooftaan keenya Yesuus yeroo maleekota isaa+ humna guddaa qabanii wajjin samii irraa mulʼatu nuu wajjin boqonnaa isiniif kenna;+ 8 inni samii irraa kan mulʼatu ibidda bobaʼuun yeroo taʼu, warra Waaqayyoon hin beeknee fi misiraachoo waaʼee Gooftaa keenya Yesuus ibsuuf hin ajajamne irratti haaloo ni baʼa.+
-
-
Mulʼata 11:18Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
18 Taʼus, saboonni ni dheekkaman, dheekkamsi kees ni dhufe, yeroon murteeffame sun, jechuunis yeroon warri duʼan murtii itti argatan, yeroon garboota kee raajotaaf,+ qulqullootaaf, warra maqaa kee sodaataniif, warra xixinnaa fi warra guguddaadhaaf badhaasa isaanii itti kennitu,+ akkasumas yeroon warra lafa mancaasan*+ itti balleessitu ni dhufe.”
-