Yooʼel 2:11 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 11 Raayyaan isaa baayʼee waan taʼeef,+ Yihowaan raayyaa isaa duratti sagalee isaa ol ni kaasa.+ Inni dubbii isaa raawwatu jabaa dha;Guyyaan Yihowaa guddaa fi baayʼee sodaachisaa dha.+ Eenyutu isa dura dhaabbachuu dandaʼa?”+
11 Raayyaan isaa baayʼee waan taʼeef,+ Yihowaan raayyaa isaa duratti sagalee isaa ol ni kaasa.+ Inni dubbii isaa raawwatu jabaa dha;Guyyaan Yihowaa guddaa fi baayʼee sodaachisaa dha.+ Eenyutu isa dura dhaabbachuu dandaʼa?”+