LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Ermiyaas 30:7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  7 Guyyaan sun sodaachisaa* waan taʼeef, wayyoo!+

      Kan akka isaa hin jiru,

      Guyyichi Yaaqoobiif yeroo sodaachisaa taʼe dha.

      Taʼus inni guyyicha irraa ni oola.”

  • Amoos 5:18
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 18 ‘Warra guyyaa Yihowaa hawwaniif wayyoo!+

      Egaa, guyyaan Yihowaa isiniif hiika maalii qaba?+

      Inni dukkana taʼa malee ifa hin taʼu.+

  • Sefaaniyaa 1:15
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 15 Guyyaan sun guyyaa dheekkamsaa,+

      Guyyaa dhiphinaa fi guyyaa yaaddoo,+

      Guyyaa obomboleettii fi guyyaa badiisaa,

      Guyyaa dukkanaa fi guyyaa dimimmisaa,+

      Guyyaa duumessaa fi guyyaa dukkana cimaa ti.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi