Yooʼel 2:11 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 11 Raayyaan isaa baayʼee waan taʼeef,+ Yihowaan raayyaa isaa duratti sagalee isaa ol ni kaasa.+ Inni dubbii isaa raawwatu jabaa dha;Guyyaan Yihowaa guddaa fi baayʼee sodaachisaa dha.+ Eenyutu isa dura dhaabbachuu dandaʼa?”+ Sefaaniyaa 1:14 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 14 Guyyaan Yihowaa inni guddaan dhihaateera!+ Inni dhihoo dha, saffisa guddaadhaan dhihaachaa* jira!+ Sagaleen guyyaa Yihowaa sodaachisaa dha.+ Yeroo sanatti loltuun ni iyya.+
11 Raayyaan isaa baayʼee waan taʼeef,+ Yihowaan raayyaa isaa duratti sagalee isaa ol ni kaasa.+ Inni dubbii isaa raawwatu jabaa dha;Guyyaan Yihowaa guddaa fi baayʼee sodaachisaa dha.+ Eenyutu isa dura dhaabbachuu dandaʼa?”+
14 Guyyaan Yihowaa inni guddaan dhihaateera!+ Inni dhihoo dha, saffisa guddaadhaan dhihaachaa* jira!+ Sagaleen guyyaa Yihowaa sodaachisaa dha.+ Yeroo sanatti loltuun ni iyya.+