16 Isaan gaarotaa fi kattaawwan sanaan akkana jedhan: “Nu irratti jigaa,+ fuula isa teessoo irra taaʼe+ sanaa fi dheekkamsa Hoolichaa+ jalaa nu dhoksaa; 17 sababiin isaas, guyyaan dheekkamsaa isaanii inni guddaan dhufeera;+ eenyutu dhaabbachuu dandaʼa ree?”+