Faarfannaa 36:7 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 Yaa Waaqayyo, jaalalli kee inni amanamaan hammam ulfina qabeessa dha!+ Ilmaan namootaa gaaddisa qoochoo keetii jalatti kooluu galu.+ Faarfannaa 86:15 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 15 Ati garuu yaa Yihowaa, Waaqa araara qabeessaa fi gara laafessa* taʼe,Aariidhaaf suuta kan jettu, jaalalli kee inni amanamaanii fi amanamummaan* kee baayʼee kan taʼe dha.+ Miikiyaas 7:18 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 18 Waaqni akka keettiWarra dhaala isaa keessaa hafaniif+ balleessaa isaanii isaaniif dhiisuu fi dogoggora isaanii irra isaaniif darbu eenyu?+ Inni jaalala amanamaatti waan gammaduuf,Bara baraaf akkuma dheekkametti itti hin fufu.+
7 Yaa Waaqayyo, jaalalli kee inni amanamaan hammam ulfina qabeessa dha!+ Ilmaan namootaa gaaddisa qoochoo keetii jalatti kooluu galu.+
15 Ati garuu yaa Yihowaa, Waaqa araara qabeessaa fi gara laafessa* taʼe,Aariidhaaf suuta kan jettu, jaalalli kee inni amanamaanii fi amanamummaan* kee baayʼee kan taʼe dha.+
18 Waaqni akka keettiWarra dhaala isaa keessaa hafaniif+ balleessaa isaanii isaaniif dhiisuu fi dogoggora isaanii irra isaaniif darbu eenyu?+ Inni jaalala amanamaatti waan gammaduuf,Bara baraaf akkuma dheekkametti itti hin fufu.+