LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Baʼuu 34:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 6 Yihowaanis akkana jedhee labsaa isa dura darbe: “Yihowaa, Yihowaa Waaqa araara qabeessaa+ fi gara laafessa*+ taʼe, aariidhaaf suuta kan jedhu,+ jaalalli isaa inni amanamaanii+ fi dhugaan*+ isaa baayʼee kan taʼe,

  • Nahimiyaa 9:17
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 17 Isaan dhaggeeffachuu ni didan;+ gochawwan kee warra dinqisiisoo isaan gidduutti raawwattes hin yaadanne; kanaa mannaa mata jabeeyyii taʼan;* gara garbummaa isaanii isa Gibxii keessaatti deebiʼuufis geggeessaa ni muudan.+ Ati garuu Waaqa dhiifama gochuuf qophaaʼaa taʼe,* gara laafessa,* araara qabeessa, aariidhaaf hin ariifannee fi jaalala amanamaa hedduu qabu+ waan taateef, isaan hin dhiisne.+

  • Yoonaas 4:2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 2 Kanaafuu, akkana jedhee gara Yihowaatti kadhannaa dhiheesse: “Yaa Yihowaa, yeroon biyya koo turetti kanatu na yaaddesse mitii? Jalqabuma iyyuu gara Tarshiishitti baqachuuf kanan yaale kanumaafi;+ sababiin isaas, ati Waaqa gara laafessaa* fi araara qabeessa, aariidhaaf suuta kan jedhuu fi jaalalli isaa inni amanamaan baayʼee kan taʼe dha;+ badiisa gaʼuttis hin gammaddu.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi