Keessa Deebii 29:5 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 ‘Waggaa 40f lafa onaa keessatti+ yommuun isin geggeessaa turetti, uffanni keessan isin irratti hin dhumne, kopheen keessanis miila keessan irratti hin dhumne.+ Nahimiyaa 9:21 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 21 Lafa onaa keessatti waggaa 40f nyaata isaaniif kennite.+ Wanta dhabanis hin qaban. Uffanni isaanii hin dhumne;+ miilli isaaniis hin dhiitofne. Faarfannaa 23:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 23 Yihowaan tiksee koo ti.+ Homtuu natti hin hirʼatu.+ Faarfannaa 34:9, 10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 9 Isin qulqulloonni isaa hundi Yihowaa sodaadhaa,Warri isa sodaatan homtuu isaanitti hin hirʼatu.+ כ [Kaaf] 10 Leenconni saafelaa ciccimoo taʼan illee ni beelaʼu,Warri Yihowaa barbaaddatan garuu wanti gaariin tokko illee isaanitti hin hirʼatu.+
5 ‘Waggaa 40f lafa onaa keessatti+ yommuun isin geggeessaa turetti, uffanni keessan isin irratti hin dhumne, kopheen keessanis miila keessan irratti hin dhumne.+
21 Lafa onaa keessatti waggaa 40f nyaata isaaniif kennite.+ Wanta dhabanis hin qaban. Uffanni isaanii hin dhumne;+ miilli isaaniis hin dhiitofne.
9 Isin qulqulloonni isaa hundi Yihowaa sodaadhaa,Warri isa sodaatan homtuu isaanitti hin hirʼatu.+ כ [Kaaf] 10 Leenconni saafelaa ciccimoo taʼan illee ni beelaʼu,Warri Yihowaa barbaaddatan garuu wanti gaariin tokko illee isaanitti hin hirʼatu.+