LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 80:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 80 Yaa Tiksee Israaʼel,

      Ati inni akka hoolotaatti Yoseefiin geggeessitu,+ dhagaʼi.

      Ati inni kiruubelotaa olitti* teessoo irra teessu,+

      Ifni kee haa ifu.*

  • Ermiyaas 23:3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 3 “Achiis hoolota koo warra hafan biyyoota ani itti isaan bittinneesse hundumaa irraa walitti nan qaba;+ gara kaloo isaaniitti isaan nan deebisa;+ isaanis ni horu, ni baayʼatus.+

  • Hisqiʼel 34:12
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 12 Ani akkuma tiksee hoolota isaa warra bittinnaaʼan argatee sooraa jiruutti hoolota koo nan kunuunsa.+ Guyyaa duumessaa fi dukkana cimaatti+ bakka isaan itti bittinnaaʼan hundumaa keessaa isaan nan baasa.

  • 1 Pheexiros 2:25
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 25 Isin akka hoolota karaa irraa badanii turtan;+ amma garuu gara tiksee+ fi ilaaltuu ol aanaa lubbuu* keessaniitti deebitaniittu.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi